Litefashion shopping center Location furi jemo Addis Ababa Ethiopia T-shirt irreechaa
T-shirt Irreechaa #Quality #Tshirt =============== Lite fashion shopping center Location furi Jemo 2 finfinnee Addis Ababa Ethiopia Ayyaanni Guddichi Irreechaa Gahuuf guyyoota muraasa qofaatu hafe. Maarree Dhaabbatni keenya Lite Fashion akkuma amma dura T-Shirtile mimmiidhagoo qopheessaa turetti, ammas kunoo design qopheessee isin eegaa jira. Akkasuma #Design isin barbaaddaniin baay'inaan isiniif ni hoojjenna. Helo jedhaa ajajadhaa . T-shirt irreechaa gosa barbaadaniin qulqullina ol'aanaa (high quality) dhan isiin qopheessa jiraa Hubachiisaa gatiin isaa madaalawwa kan taheefi baay'inaan warra fudhatee raamsuuf immo gatii madaalawaan (discount) waan qabuuf kotaa isiin jenne Gatiin t-shirt tokko 300 haga 500 qarshii qofa tahuun gammachuun isiin beeksiisaa Lite fashion shopping business center location furi jamo 2 sheger city finfinnee jiraa isiin jennaa Fabric type Cotton 100% Size hundaa kan jiruu yoo tahuu small "s" Medium "M" Large "L" Ex...