Litefashion shopping center Location furi jemo Addis Ababa Ethiopia T-shirt irreechaa
T-shirt Irreechaa #Quality #Tshirt
===============Lite fashion shopping center Location furi Jemo 2 finfinnee Addis Ababa Ethiopia
Ayyaanni Guddichi Irreechaa Gahuuf guyyoota muraasa qofaatu hafe. Maarree Dhaabbatni keenya Lite Fashion akkuma amma dura T-Shirtile mimmiidhagoo qopheessaa turetti, ammas kunoo design qopheessee isin eegaa jira. Akkasuma #Design isin barbaaddaniin baay'inaan isiniif ni hoojjenna. Helo jedhaa ajajadhaa .
T-shirt irreechaa gosa barbaadaniin qulqullina ol'aanaa (high quality) dhan isiin qopheessa jiraa
Hubachiisaa gatiin isaa madaalawwa kan taheefi baay'inaan warra fudhatee raamsuuf immo gatii madaalawaan (discount) waan qabuuf kotaa isiin jenne
Gatiin t-shirt tokko 300 haga 500 qarshii qofa tahuun gammachuun isiin beeksiisaa
Lite fashion shopping business center location furi jamo 2 sheger city finfinnee jiraa isiin jennaa
Fabric type Cotton 100%
Size hundaa kan jiruu yoo tahuu
small "s"
Medium "M"
Large "L"
Extra-large" XL"
Double Extra Large "XXL"
NB Ajaja hello takkittiin baay'inaan kan barbaaduuf bakka jirtaaniittii isiinii dhiyyeessu ni dandeenya kaffaltii malee!!!
Kutaalee fi magaalaota Oromiyaa kamittuu baay'inaan yoon ajajattan isiniif ergina
๐๐ Location (#Iddoon_itti_argamnu)
#Located//Address Shaggar City Furi Sub-City Administration!!
Bilbila armaan gadiitiin nuuf bilbilaa ykn gama miidiyaa hawaasaa keenyaan nu qunnamaa. Sa'aa 24 yoon dawwaltan tajaajila keenya ni argattu
☎️ Lakkofsa bilbila
#0914511558
#0914675561
#0934346011
#0913153994
#0961090001
Miidiyaa Hawaasaa keenya
Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=61559394610528
Telegram https://t.me/litefash
Tiktok https://www.tiktok.com/@litefashion.et
Vidoe highlight T-shirt https://www.tiktok.com/@litefashion.et/video/7417110858196684037
Instagram https://www.instagram.com/litefashionet/
#Share godhaa waliin gahaa dafa ammuma
Comments
Post a Comment