Husein kedir official thank
Husein Kedir Kelil Roba
NAMA OGEESSA
▬▬▬▬▬▬▬▬
❍ Ogummaan bakka hundatti gaggeessituu daandii milkaa'inaati. Namni ogeessi hin kufu. Inni ogummaa harkaa qabu bakka deeme hundatti jireenyi isaaf mijataadha. Ogummaa qabuun simatamee hojjetee of jiraachisa.
» Inni ogummaa sammuu, yaadaa fi hubannaa qabu, bakka hundatti dawaa dha. Ogummaan yaada isaa furtuudha, gaggeessituudha, qajeelchituudha, hoggantuudha, Ogummaan Yaada keetii boqonnaa siif kenniti, gammachuu, ofitti amanamummaa siif laatti.
» Carraa hundaan walii galuu, osoo hin sodaatin, osoo ceephoon isa hin mudatin, haala salphaatiin eenyu waliin jiraachuuf ogummaan kee si gargaarti.
NAMA OGEESSA
✧ Ogeessi yaadaa waan hunda hubata. Osoo ati hin dubbatin adeemsaaf ilaalcha kee ilaalee si madaala, si beeka. Ogeessi hubatee raawwachuuf malee ilaalee dubbachuuf hin ariifatu.
✧ Kennaan nama hundaa adduma addaan uumamaan waan nuuf laatametu nu waliin guddatee hojiidhaan mul'ata. Hundi immoo kennaa isaa kana itti hin fayyadamu. Inni biraan immoo kennaa isaa kana daran bilcheessuf iyyuu hedduu tattaafata.
✧ Namni kamuu waan uumamaan kennameef ni qaba. Addunyaa jijjiiramaa keessa waan jirruuf waan dabalataan argannuu fi kan dhabnuuf kan dagannus jiraachuu mala.
✧ Ogeessi namaa isa uumamaan qabu irrattis dabalatee isa of dagate of yaadachiisa. Ogummaa dhaalchisa. Ogeessi arraba tola fuula ifa, hundaan walii gala. Garuu, yaada guduunfata. Of hooggana. Ofiifis isa cinaa jiruufis of eeggata.
✧ Ogeessi amala tola. Tooftaa ittiin injifatu, tooftaa ittiin waan yaadeef fedhe harkaan ga'atu, tooftaa ittiin galmas gahu cimsee beeka.
✧ Ogeessi namaa hin kufu. Karaattis hin hafu. Wacnii fi ilaalchi namaa isa hin hoogganu. Ogummaa sammuu isaatu isa hooggana.
@https://t.me/bullokiyya
#LiteFashion
Boqonnaa Sammuu Keetiif Dursa Kenni:
⓵. Sammuun boqonnaa qabu hojii gurguddaa hojjeta.
⓶. Kalaqa gurguddaa dhaloonni bara baraan itti fayyadamee jiraatu kan uumu sammuu boqonnaa qabuu dha.
⓷. Yaada gaarii addunyaa borcamaa jirtu kanaaf furmaata hunda biratti fudhatamu kan oomishu, nama xiin-sammuu isaaf iddoo kenne dha.
⓸. Iddoo guddaa sammuu keetiif kenni!
⓹. Yaada xinnoo ofii keetiif gonkumaa hin qabaatin! Waan xiqqoodhaanis of hin madaalin!
⓺. Yaada namoota hundaa hin deeggarin! Yaada sammuu keetii addatti dhaggeeffadhu!
⓻. Namni dhugaa dhaga'u, dhugaa dubbachuudhaan addatti hin ilaalamu.
⓼. Guyyaatti yoo xiqqaate daqiiqaa 15f iddoo tasgabbaa'aa turuun yaada sammuu keetii dhaggeeffadhu!
⓽. Wanti hundumtuu harka kee keessa jira. Jireenya sitti kenname itti fayyadami! Hundumtuu bakka jirutti gammadee jiraata.
⓾. Sammuu kee irratti dhiibbaa uumuu dhaan haala kamiyyuu moo'attee jiraachuu akka dandeessu siif mirkaneessa.
#Husein Kedir official channel
"From Fear to Fluency: The Art of Public Speaking" by James Manson guides readers through conquering stage fright, mastering communication techniques, and cultivating confidence to become compelling speakers.
1. Embrace Fear as Fuel: Acknowledge that fear is a natural part of public speaking. Use it as a source of energy to enhance your performance rather than letting it hinder you.
2. Preparation is Key: Invest time in thorough preparation before any speaking engagement. Research your topic, organize your thoughts, and practice your delivery to build confidence and fluency.
3. Know Your Audience: Understand the demographics, interests, and expectations of your audience. Tailor your content and delivery style to resonate with them effectively.
4. Master Nonverbal Communication: Recognize the power of body language, gestures, and facial expressions in conveying your message. Practice confident posture and eye contact to establish rapport with your audience.
5. Tell Compelling Stories: Craft narratives and anecdotes that captivate your audience and illustrate your key points. Storytelling is a powerful tool for engaging emotions and making your message memorable.
6. Practice, Practice, Practice: Continuously refine your public speaking skills through regular practice sessions, mock presentations, and seeking feedback from peers or mentors.
7. Emphasize Clarity and Simplicity: Communicate your ideas concisely and clearly to ensure understanding among diverse audiences. Avoid jargon and complex language that may alienate or confuse listeners.
8. Manage Nervousness Effectively: Develop strategies such as deep breathing, visualization, or positive affirmations to calm nerves and maintain composure during presentations.
9. Engage with Authenticity: Be genuine and authentic in your delivery, allowing your personality and passion to shine through. Authenticity fosters trust and connection with your audience.
10. Continuous Learning and Growth: Cultivate a mindset of continuous improvement by seeking opportunities to learn from both successes and setbacks. Reflect on each speaking experience to identify areas for refinement and growth.
Tiktok link tap tap ♥️ ❤️
https://www.tiktok.com/@huseinkedir
Subscribe to my YouTube link
https://youtube.com/@AbbaHamido14?si=7GJIEfXD8-V2PEcU
Facebook link
https://www.facebook.com/profile.php?id=100008830779317
Telegram link inbox
@Hkedir14
LinkedIn link
https://www.linkedin.com/in/husein-kedir-bb5189238
WhatsApp link
https://call.whatsapp.com/video/fUPHEt4Pw8g2Wn8756rqnc
Twitter link
https://x.com/huseinkedir14?t=TH81xfpoxFez1CMtZp98Pg&s=09
https://Twitter.com/obsa_kadiir
Instagram link
https://www.instagram.com/invites/contact/?i=9tzpyg5zo11c&utm_content=lg0rwyn
Snap link https://www.snapchat.com/add/obsakadiir24?share_id=6Dyc8DYagsY&locale=en-GB
Skype link https://join.skype.com/invite/FvovDMjgRbfE
Website link http://husein-kedir.com/
Blog:-
https://huseinkedir14.blogspot.com/?m=1
WordPress:-
http://bullokiyya.wordpress.com
Telegram channel official :-
https://t.me/+X6RsWeObd8Y5ZWFk
Galatoomii Nesru Kedir Kelil Roba
🌟 Welcome to Lite Fashion Shopping Business Center! 🌟
📍 Location: Furi Jemo 2, Addis Ababa, Ethiopia
Discover an all-in-one shopping experience with high-quality products at unbeatable prices! Whether you're looking for the latest trends or everyday essentials, we have it all. Enjoy incredible discounts and deals that you won't find anywhere else!
🎉 Why Shop with Us?
✨ Wide variety of fashionable items
✨ High-quality products
✨ Unbelievably low costs
✨ Exciting discounts
Join us on our social media platforms to stay updated on the latest offers and new arrivals. Don't miss out on the best deals in town!
🔗 Follow us now for exclusive updates and special promotions!
Telegram:-
https://t.me/litefash
0914511558
0914675561
#LiteFashion #ShoppingCenter #AddisAbaba #Ethiopia #FashionDeals #DiscountShopping #qualityfashion
Comments
Post a Comment